Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts from May 16, 2021Show all
Bineensota Arfan (Arbaetu Ensisa) | Kutaa 2ffaa

Bineensota Arfan (Arbaetu Ensisa) Kutaa 2ffaa Koochoowwan isaanii Baay'inni Kochoowwan isaanii jahadha (6). « Koochoowwan isaaniis gubbaa irraa diriirfamee ture. Koochoon lama lama kan tokkoon tokkoon isaaniis kan wal qaba…

Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee

«Lallabni Nageenya naaf kenna» Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee Mana Kiristaanaatiif utubaa ifaa kan ta'e waa'ee Hangafa Beektotaa Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee maal jenna? Maal dubbannas? Cubbamaan akka kootii, foon…

Qulqulluun Yaareed eenyudha?

Qulqulluun Yaareed Eenyudha? → Abbaan Qulqulluu Yaareed Abdiyuu ykn Yisihaaq, Haati isaa ammoo Taawukiliyaa ykn Kiristiinaa jedhamti. Karaa biraatiin ammoo abbaan isaa Inbaraam fi haati isaa ammoo Tiwuuliyaa jedhamu seenaan jedh…

Gola Tawaahidoo | Kutaa 1ffaa

Gola Tawaahidoo Kutaa 1ffaa 1. Tsiyoon Maariyaam ykn Sadaasa Tsiyoon ♠ Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti kabaja ayyaanota afuurawaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam kabajaman keessaa tokko sadaas…

Murtii Mootii Solomoon

Murtii Mootii Solomoon (D/n Daani'eel Kibratiin) ♦ Daldaltoonni sadi tasa iddoo murtii Mootii Solomoonitti argaman. Sadan isaaniiyyuu waggoota hedduudhaaf waliin ta'aanii tokkummaan waliin daldaluuf waadaa waliif galani…

Daandii Abbootii | Kutaa 2ffaa

Daandii Abbootii Kutaa Lammaffaa 1.3.3 Daawwit Mootii jalqabaa Daawwit Israa'elitti Mootota mo'an hunda caalaa hojii guddaa kan hojjatee fi deemsa isaa hundas Waaqayyo waliin Mootii taasise yoo ta'u, barri Mootummaa…

Load More That is All