Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts from December 5, 2021Show all
Ba'aataa Maariyaam (በዓታ ለማርያም) | Gara Mana Qulqullummaatti seenuu haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Ba'aataa Maariyaam «በዓታ ለማርያም» Ayyaanota Yaadannoo haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam ta'aanii akka Mana Kiristaanaa keenya Qulqulleettii Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti kan kabajaman lakkofsaan 33 yoo ta…

Raajichi Eliyaas eenyudha?

Raajicha Isaayyaas Raajicha Eliyaas Barreeffama keenya hardhaatiin waa'ee Raajicha Qulqulluu Eliyaas ni ilaalla, isiniis dubbisaa! Hiriyoota keessaniifis qoodaa! Blog keenyas Subscribe taasisaa! Akkasumas barreeffama kana dub…

Qulqulluu Yohaannis Cuuphaan eenyudha?

​​Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa Akka Kitaaba Qulqulluutti maqaa « Yohaannis » jedhamuun kan waamaman Qulqulloota sadidha. Isaanis; 1. Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa 2. Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi 3. Qulqulluu Maarqoos isa Yo…

Duuka Bu'icha Qulqulluu Toomaas «Manni Mootummaan kun kan kee miti! Toomaas Mooticha Goondoopaarasiif kan hojjeteef Mana Mootummaa isa Samii irraati»

Duuka Bu'ichi Qulqulluun Toomaas eenyudha? Qulqulluu Toomaas Duuka bu'ichi Qulqulluun Toomaas « Du'aa ka'umsi hin jiru!» jedhanii warreen amanan karaa warra Saduqaanotaa akka ture ni himama. Maat. 22:25. Gooftaan…

Abbaan keenya Qulqulluun Abuna Iyyesuus Mohaa eenyudha?

Abuna Iyyesuus Mohaa Abbaan keenya Abuna Iyyesuus Mohaan eenyudha? Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko Ameen! Maatiiwwan Waaqayyoo ijoolleen haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaa Waaqayyootiin ak…

Load More That is All