Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts from December 12, 2021Show all
Guyyaan dhaloota Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Mudde 29 moo December 25 dha?

Dhaloota Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Guyyaan dhaloota Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Mudde 29 moo December 25 dha? Manni Kiristaanaa keenya Qulqulleettii Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaan ma…

Gaaffilee Kitaaba Qulqulluu | Kutaa 1ffaa

Gaaffilee Kitaaba Qulqulluu Kutaa 1ffaa Seensa :- Mata duree haaraa «Gaaffilee Kitaaba Qulqulluu» jedhu hardha ni eegalla. Mata duree kana keessatti Qo'annaa Kitaabolee Qulqullaa'oo bifa gaaffii fi deebiitiin Seera Uumam…

Hiikoo Andimtaa Wangeela Qulqulluu Maatewoos | Kutaa 2ffaa (Maat. 1:4-10)

Hiikoo Andimtaa Wangeela Qulqulluu Maatewoos Kutaa 2ffaa Yeroo darbe kutaa 1ffaa Hiikoo Andimtaa Wangeela Qulqulluu Maatewoos hiikoo Wangeela Maatewoos Boqonnaa 1:1-4 ilaalleerra. Kutaa darbe keessatti qabxiilee gurguddoon nuti …

Load More That is All