Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts from October 10, 2021Show all
Tsooma Tsiggee | Kutaa 3ffaa

Tsooma Tsiggee | Kutaa 3ffaa «Mucaa koo Gibtsiidhaan waammadhe!! Raajii Hoose'i 11:1 Gara dubbisaa kutaa 3ffaa kanaatti osoo hin darbiin dura Kutaa 1ffaa fi Kutaa 2ffaa dubbisaa! Alka Sirnaa fi seera Mana Kirist…

Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara Ibrootaatti erge | Seensa /1/

Ergaa Duuka Bu'ichi Qulqulluun Phaawuloos gara Ibrootaatti erge  Seensa /1/ Kitaabolee Kakuu Haaraa keessa jiran keessaa Kitaabni Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara Ibrootaatti erge ykn barreesse isa tokkodha. Duuka bu'ichi …

Hiikoo Andimtaa Wangeela Maatewoos | Seensa 2

Hiikoo Andimtaa Wangeela Maatewoos | Seensa 2 Yeroo darbe Seensa /1/ Hiikoo Wangeela Maatewoos jalatti qabxiiwwan nuti ilaalle; • Maalummaa Wangeelaa • Kitaaba Qulqulluu keessatti Missiraachoo wantoota jedhamanii beekaman • Qulqu…

Qulqulluu Luqaas, Wangeela Luqaas fi Hojii Duuka Bu'ootaa

Qulqulluu Luqaas Wangeelaawwii Qulqulluun Luqaas eenyudha? Barreeffama kana keessatti qabiyyeewwan gurguddoo sadi ni ilaalla, isaanis; 1. Qulqulluu Luqaas 2. Wangeela Luqaas fi 3. Hojii Duuka Bu'ootaa Ibsa suura…

Load More That is All