Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts from November 7, 2021Show all
𝐃𝐡𝐮𝐠𝐮𝐦𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐭𝐨𝐝𝐨𝐤𝐬𝐢𝐢 𝐓𝐚𝐰𝐚𝐚𝐡𝐢𝐝𝐨𝐨 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐡𝐢𝐧 𝐋𝐚𝐥𝐥𝐚𝐛𝐝𝐮𝐮??? |  𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐭𝐨𝐝𝐨𝐤𝐬𝐢𝐢 𝐓𝐚𝐰𝐚𝐚𝐡𝐢𝐝𝐨𝐨 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚 | 𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮 1𝗳𝗳𝗮𝗮

𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐭𝐨𝐝𝐨𝐤𝐬𝐢𝐢 𝐓𝐚𝐰𝐚𝐚𝐡𝐢𝐝𝐨𝐨 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 1𝐟𝐟𝐚𝐚 Manni Kiristaanaa tokkottiidha, sa…

Duuka Bu'icha Qulqulluu Yaa'iqoob fi Duuka Bu'icha Qulqulluu Indiriyaas

Duuka Bu'icha Qulqulluu Yaa'iqoob (Obboleessa Qulqulluu Yohaannis) Kitaaba Qulqulluu keessatti maqaa Yaa'iqoob jedhamuun kan waamaman; 1. Yaa'iqoob ykn Israa'eel ilma Ribqaa fi Yisihaaq Abbaa ijoollee Israa&#…

Wangeela Qulqulluu Yohaannis

Wangeela Qulqulluu Yohaannis Wangeelota Arfan keessaa Wangeela isa arfaffaa kan barreesse Qulqulluu Yohaannisidha. Kan barreesses naannoo bara 96 Dh.K.B dha. Wangeelli Yohaannis Wangeelota hunda irraa dhuma irratti k…

Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara warra Qoronxoositti erge

Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara warra Qoronxoositti erge Qoronxoos magaalaa Giriikii keessatti argamtudha. Magaalaa Ateenaa irraas 75 Km fagaattee argamti. Bara Kakuu Haaraatti magaalaa guddoo uummanni naannoo kuma dh…

Qulqulluun Abbaa keenya Abuna Aragaawwiin eenyudha?

Qulqulluu Abuna Aragaawwii Abbaan keenya Abuna Aragaawwiin Abbootii Qulqulloota Saglan keessaa isaan tokkodha. Dhaloonni isaaniis Room qomoo warra Moototaa keessaa yoo ta'u Abbaan Yisihaaq Mootii Room ture, haati …

Tsooma Tsiggee | Kutaa 6ffaa

Tsooma Tsiggee Kutaa 6ffaa Barreeffama keenya kutaa darbee keessatti haati keenya Qulqulleettiin Dubroon Maariyaam waqtii Godaansa isheetti ilma ishee Iyyesuus Kiristoos waliin biyyoota godaansaan keessa darban, bu'aa ba'…

Load More That is All