Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts from May 9, 2021Show all
Daandii Abbootii | Kutaa 1ffaa

Daandii Abbootii Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokko Ameen! Mata Duree « Daandii Abbootii » jedhu kana jalatti kutaa kutaan akka fedha Waaqayyootti Baroota Arfan, Seenaa Raajotaa, Seenaa Duuka Bu'ootaa, …

Qulqulleettiin Arseemaa eenyudha? Si'iliin Qulqulleettii Arseemaa inni sirriin kamidha?

Qulqulleettiin Arseemaa Eenyu? Qulqulleettiin Arseemaa Abbaa ishee Qulqulluu Tewoodiroosii fi haadha ishee Qulqulleettii Atinaasiyaa irraa wareegaan kan dhalattedha. Kan dhalattes Jaarraa 3ffaa keessaa Xaaliyaan, Roomitti, Ji&…

Bineensota Arfan (Arbaetu Ensisa) | Kutaa 1ffaa

Bineensota Arfan (Arbaetu Ensisa) Kutaa 1ffaa Kitaaboleen Kakuu Haaraa baay'inni isaanii 35 dha. Kitaabolee Qannoonaa dabalatee. Akkasumas lakki 27 qofa warreen jedhanis ni jiru. Kitaabolee Kakuu Haaraa kana keessaa kitaabo…

Qulqulloota | Kutaa 1ffaa Qulqulloota jechuun maal jechuudha? Qulqulloonni eenyu fa'i? Manni Kiristaanaa keenya Qulqulloota kan jettuun eenyu fa'iini? Qulqullummaa gosa meeqatu jira?

Qulqulloota jechuun maal jechuudha ? Mata duree kana jalatti waa'ee kabaja Qulqullootaa akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti bal'inaan kutaa kutaan qooduun ni ilaalla. Isinis dubbisuun share godha…

Abuna Gabra Manfas Qidduus Itoophiyaanota biratti Jaalala akkamii qabu?

Abune Gebre Menfes Qidduus eenyu? Abuna Gabra Manfas Qidduus Qulqulluu biyya Gibtsii jaarraa 13ffaa keessa gara Itoophiyaatti dhufanidha. Akka ragaawwan Mana Kiristaanaa Itoophiyaattii gara Itoophiyaa galan kan jedhamu bara Moo…

Load More That is All