Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts from December 19, 2021Show all
Ergaawwan Qulqulluu Yohaannis Sadan | Ergaa Qulqulluu Yohaannis isa Tokkoffaa, Lammaffaa fi Sadaaffaa

Ergaawwan Qulqulluu Yohaannis Yeroo darbe Qabsuuraa fi Seenaa Wangeelaawwii Qulqulluu Yohaannis erga ilaalle booda Kitaabolee isaa tokko tokkoon ilaaluu eegallee turre, kana keessaas Wangeela Qulqulluu Yohaannis ilaalleerra. Ha…

Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Rufaa'eel

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Rufaa'eel eenyudha? Hangafoota Ergamootaa kan jedhaman torba ni jiru, isaanis; 1. Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel 2. Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel 3. Hangafa Ergamootaa Q…

Duuka Bu'icha Qulqulluu Yaa'iqoob ilma Ilfiyoos fi Duuka Bu'icha Qulqulluu Taadewoos

Duuka Bu'icha Qulqulluu Yaa'iqoob fi Qulqulluu Taadewoos Barreeffama keenyaa waa'ee Seenaa fi Qabsuura Duuka Bu'ootaa guyyaa hardhaatiin ammoo Seenaa fi Qabsuura Duuka Bu'oota Qulqulluu Yaa'iqoob ilma Ilfi…

Gaaffilee Kitaaba Qulqulluu | Kutaa 2ffaa

Gaaffilee Kitaaba Qulqulluu Kutaa 2ffaa Seensa :- yeroo darbe kutaa 1ffaa Gaaffilee Kitaaba Qulqulluu keessatti Seera Uumamaa irraa kaasee bifa gaaffii fi deebiitiin qabxiiwwan hedduu ilaalleerra isins duubatti deebi'uun dubb…

Load More That is All