Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts from October 17, 2021Show all
Tsooma Tsiggee | Kutaa 4ffaa

Tsooma Tsiggee Kutaa 4ffaa Gara kutaa kanaatti osoo hin seenuun dura; • Kutaa 1ffaa • Kutaa 2ffaa fi • Kutaa 3ffaa dubbisaa! Ibsa suuraa :- Godaansa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam kan agarsiisuufi dhum…

Qulqulluu Pheexiroos fi Kitaabolee Ergaa inni barreesse | Hangafni Duuka Bu'ootaa Qulqulluun Pheexiroos eenyudha?

Duuka Bu'aa Qulqulluu Pheexiroos Hangafni Duuka Bu'ootaa Qulqulluun Pheexiroos eenyudha? Ibsa suuraa :- Hangafa Duuka Bu'ootaa Qulqulluu Pheexiroos fi Qulqulluu Phaawuloos (Bitaa irraa gara Mirgaatti, inni…

Qulqulluu Maatewoos | Duuka Bu'aa, Wangeelaawwiin Qulqulluun Maatewoos eenyudha? Wangeela Maatewoos

Duuka Bu'aa Qulqulluu Maatewoos Akka Tiwuufiitii Mana Kiristaanaa keenyaatti Abbaan Qulqulluu Maatewoos Diquu, haati isaa ammoo Kiruutisiyaa jedhamu. Wangeela Maarqoos irratti garuu maqaan Abbaa isaa Ilfiyoos jedhamee waamame…

Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii: Qulqulluun Yohaannis Wangeelaawwii eenyudha?  «Nagaa ta'aa! ani gara Gooftaa kootti deebi'uu kooti waan ta'eef»

Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii Qulqulluun Yohaannis Wangeelaawwiin eenyudha? Kitaaba Qulqulluu keessatti maqaa Yohaannis jedhuun kan waamaman Qulqulloonni sadi jiru. Isaanis; 1. Qulqulluu Yohaannis isa Cuuphaa 2. Q…

Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara Ibrootaatti erge | Seensa /2/ Barreessaan Kitaaba Ergaa gara Ibrootaa eenyudha?

Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara Ibrootaatti erge Seensa /2/ Kutaa kanatti osoo hin darbiin dura Seensa /1/ dubbisaa! Akkasumas kutaan itti aanu dafee akka isin bira gahuuf Popup isiniif dhufu irratti Email keessan galchuun Subsc…

Qulqulluu Aginaatewoos | Qulqulluun Aginaatewoos eenyudha?

Qulqulluu Aginaateewoos Paatriyaarkonni Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Antsookiyaa jaalalaa fi kabaja Paatriyaarkii ykn Abbaa Mana Kiristaanaa isaaniitiif qaban irraa kan ka'e, akkasumas hojiin guddaan inni Mana Kiri…

Load More That is All