Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts from October 24, 2021Show all
Tsooma Tsiggee | Kutaa 5ffaa : Godaansa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam biyyoota garaa garaatti

Tsooma Tsiggee Kutaa 5ffaa Biyyoota Haati keenya Qulqulleettiin Dubroon Maariyaam godaansaan keessa darbite 1. Gadaama Geeraaral ykn Bosona Geeraaral  Ergamaan Waaqayyoo Yooseefitti muldhatee haadha fi daa'imicha …

Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara warra Roomeetti erge

Ergaa Qulqulluu Phaawuloos Gara warra Roomeetti erge Seenaa Magaalaa Roomee Roomeen yeroo durii Roomiya jedhamti turte. Bara 730 DH.K.D Numitoor kan jedhamu Mootiin Roomee Mootii ta'e. Innis ilma aangoo isaa isaaf dhaalu waan…

Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 4ffaa

Hiikoo Sirna Qiddaasee Kutaa 4ffaa Hiikoo Sirna Qiddaasee Kutaa 1ffaa   keessatti; • Hiika Sirna Qiddaasee • Qoqqoodama Sirna Qiddaasee • Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe? • Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan…

Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 3ffaa

Hiikoo Sirna Qiddaasee Kutaa 3ffaa Hiikoo Sirna Qiddaasee Kutaa 1ffaa   keessatti; • Hiika Sirna Qiddaasee • Qoqqoodama Sirna Qiddaasee • Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe? • Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan …

Qulqulluu Maarqoos fi Wangeela Maarqoos

Wangeelaawwii Qulqulluu Maarqoos Ibsa suuraa:- Qulqulluu Maarqoos Wangeelaawwii Qulqulluun Maarqoos dhaloota isaatiin Ibraawwii yoo ta'u, maatiin isaa garuu jiraachaa kan turan Kaaba Afriikaa Siranikaa ykn Qareena…

Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 2ffaa

Hiikoo Sirna Qiddaasee Kutaa 2ffaa Hubachiisa :- gara kutaa 2ffaa kanaatti osoo hin darbiin dura kutaa 1ffaa hin dubbisne yoo ta'e jalqaba kutaa 1ffaa dubbistanii erga xumurtan booda gara kutaa kanatti darbaa! akkasumas dubbi…

Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa

Hiikoo Sirna Qiddaasee Kutaa 1ffaa Hubachiisa :- Barreeffamni kun Afaan Amaariffaa irraa kan hiikame waan ta'eef, akkasumas jechoota Gi'iizii hedduu waan of keessaa qabuuf yeroo dubbistan wal bira qabdanii dubbisuun huba…

Load More That is All