Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts from May 23, 2021Show all
Caamsaa 21-25 Dabra Mixmaaq

Dabra Mixmaaq Baatii ykn Ji'a Caamsaa keessa akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti Ayyaanotni haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam kabajaman baay'inaan ykn lakkoofsaan 6 dha. Isaan kunneenis a…

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha?

Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel " Gabri'eel " jechuun « Waaqaa fi Nama » ykn « Waaqni nama ta'e, Namni Waaqa ta'e » jechuudha. Akkasumas dabalataan « Tajaajilaa Waaqayyoo » jechuudha. Waaqayyo go…

Ayyaanota Yaadannoo Qulqullootaa Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti

Kabaja Ayyaana Yaadannoo Qulqullootaa akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti « Ayyaanota Dhaabbatoo» Mana Kiristaanaa Ayyaanota Dhabbataa ta'aan Barnoonni « Baahire Hasab » ayyaanni dhaabbatoo hin taane g…

Luboota Digdami Arfan Samii

Luboota Digdami Afran Samii Kutaalee darbe keessatti Blog ykn Website keenya kana irratti walitti aansinee kutaa lamaan waa'ee «Bineensota Arfanii» ykn «Kiruubeel» ilaalleerra. Kutaalee lamaan kanneen keessattis; → Maalumma…

Load More That is All