Subscribe To Our YouTube Channel

Recent posts

Show more
Hojii Online Salphaa Itoophiyaa keessatti Mana Keenya Teenyee Hojjechuu fi Qarshii Hedduu Irraa Argachuu Dandeenyu

Hojii Online Mana keessan teessanii Hojjechuun Qarshii Hedduu irraa Argachuu Dandeessan Namoota Hojii Online Mana keessan teessanii karaa Online Itoophiyaa keessatti guyyaatti daqiiqaa muraasa kennuu qofaa qarshii hedduu ittiin h…

Appilikeeshinii Ajaa'ibaa AI kan Bilbiloota Android Faayidaa Hedduu Qabu

Appilikeeshinii AI Gaaffii barbaannee Sakandii keessatti nuuf deebisu, akkasumas kan Assignment fi Research akkasumas Proposal hojjetu Appilikeeshinii kana dhuma irratti daawunlood kan jedhu tuquun buufachuun itti fay…

Sirna Uumamaa | Kutaa 2ffaa : Uumamtoota Guyyaa Dilbataa

Sirna Uumamaa Kutaa 2ffaa Hubachiisa :- kutaa kanaatti osoo hin darbiin dura kutaa yeroo darbe ilaalle Sirna Uumamaa kutaa 1ffaa dubbisaa! Sirna Uumamaa Kutaa 2ffaa Uumamtoota Guyyaa Jalqabaa (Dilbataa) « Waaqayyo ja…

Sirna Uumamaa | Kutaa 1ffaa

Sirna Uumamaa Kutaa 1ffaa Seensa  Waaqayyoo osoo lafaa fi samii hin uumiin dura akkuma hardhaatti tokkummaan isaa osoo sadummaa isaa hin dhuunfatin, Sadummaan isaa osoo tokkummaa isaa gargar hin baasiin tokkummaa fi s…

«Ta'aanii Kan Fannisan» | Seenessa Aja'ibaa Kurdoota Iraaq

«Ta'aanii kan fannisan!» Kurdoonni Iraaq akkasitti seenessu Har'a ammoo seenessa ajaa'ibaa barumsa irraa argattan fi isin bashannansiisu isiniif qabannee dhiyaanneerra dubbisaa! Seenessa Warra Iraaq Intala…

Seenaa Taphataa Urjii Addunyaa keenyaa Liyooneel Meesii

Liyooneel Meesii Liyooneel Meesiin yoomii fi eessatti dhalate? Liyooneel Meesiin Baatii Waxabajjii ykn June 24 bara 1987 A.L.A tti biyya Arjentiinaa Roozaariyoo keessatti dhalate. Abbaa fi haadha isaatiif mucaa sadaffaa kan ta…

Seenaa Kiristiyaanoo Roonaaldoo

Kiristiyaanoo Roonaaldoo Qophii keenya Ispoortii guyyaa har'aatiin waa'ee taphataa urjii Addunyaa keenyaa, akkasumas Baalaandoorii yeroo Shan kan injifate, goolii hedduu lakkoofsisuun Addunyaa irraa gita kan hin qabne Kil…

Araarsummaa Qulqullootaa | Kutaa 2ffaa : Araarsummaa Qulqullootaa yeroo Fooniin Addunyaa kana irra jiran

Araarsummaa Qulqullootaa Kutaa 2ffaa Seensa :- maatiiwwan Waaqayyoo ijoolleen haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaa Waaqayyootiin akkam jirtu? Ameen maqaan Waaqayyoo kan galatoome haa ta'u! egaa koorsii Araarsumm…

«Kophaa Kee miti!» Aadaa Sirna Fuudhaaf fi Heerumaa Ajaa'ibaa Uummata Kibba Baha Ameerikaa

«Kophaa kee miti!» Aadaa Ajaa'ibaa Uummata Kibba Baha Ameerikaatti Argamanii Sabni ykn Gosni Cheerooqee jedhaman Kibba Baha Ameerikaatti jiraachaa kan turan uummata Ameerikaa duriiti. Dargaggoonni Cheerooqee fuudh…

Load More That is All